AxeeraraUfmaa uumi
Matadureewwan fi lakkoofsa kan ittaanuu keewwatoota galmee ka'aa keessa gara OfnaaHalanjiro barruu galmee haaraatti garagalcha. OfnaaHalanjiron toorii galmee dheeraa argachuuf gargaara. Lakkoofsa kan sadarkaa toorii akkasumas lakkoofsa kan keewwatoota agarsiisaame keessatti ifteessu ni dandesaa. sadarkaa maraaf keewwatoota qindaa'ina akka dhahametti jalaa dhokataa dha.
Sadarkaalee Tootii Dabalame
Hagammee sadarkaalee toorii galmee isa haaraatti garagalu saagi. Fakkeenyaaf, yoo sadarkaalee 4 filattee Mataduree 1 hama Mataduree 4tti kewwattooti dhangi'ame marii kewawattoota ifta'aan walfaanee waliin Qabxiixiqqaa Sadarkaa Sadarkaan itti dabalamu,
Qabxiixiqqaa Sadarkaa Sadarkaan
Lakkoofsa keewwatoota ittaanuu guddichi galmee OfnaaHalanjiro keessatti tokkoon tokkoon matadureetti booda akka dabalamee ifteessi. Keewwatooti mari hamma keewwata itti aanee Akkaataa Mataduree waliin bira gahamuutti hiika guddichatti dabalamaniru.